Mashaa Allaaha Mashaa Allaaha mashaa Allaaha mashaa Allaaha
Mashaa Allah t
ALHAMDULILLAH
Masha allah wan garii dabrsuutii jirtani wan hedduu irra barataa jiraa itti fuufaa jzkl
Maasha Allah Rabbiin isinirraa haa jaalatu nuttilleen warra irraa fayyadamu nu haa godhu.... Hedduuu nama faayidaa qaba 😍😍Jzkl kheyran
Mashaa allah rabbii isiniraa haa jaalatu
Halii fayadama issaa akamii naf hin galee fkn akamitii bilbilee gafii ibsachuu danadenya
Masha allah rabbin isinirraa haa jallatu jabadha rabbin isini haa gargaru
Hallani fayyadama isaa Naf hin gallee kana Achiratti barruudhan kaayamee saan Akkamitii baafnee hubachuu dandeena barakallahu fikkum
Mash allah warraa irraa fayaadamuu Rabbii nuu haa godhu